Skip to content
  Wednesday 10 June 2026
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
  • Home Demo news
VOE - VOICES OF ETHIOPIA
  • News
    • All
    • AFRICA
    • ART and CULTURE
    • BUSINESS
    • ECONOMY
    • EDITORIA
    • ENTERTAINMENT
    • ertips
    • Events
    • FEATURED
    • General
    • General
    • HOT
    • law
    • Media tips
    • News
    • News2
    • OPINION
    • POLITICS
    • Reaction
    • SOCIETY
    • SPORT
    • TIPS 1
    • TOP NEWS
    • VIDEO
    • WORLD
    • ማህደር
    • ያበደው

    የትግራይ ህዝብ የሰላም፣የህልውናው እና ደህንነቱ ዘብ እራሱ ህዝቡ ነው -ዶ/ር አብርሃም በላይ

    May 29, 20210

    በሰሜን ወሎ በኩል ሰርጎ የገባው አሸባሪ በጀግናው መከላከያ ሰራዊታችን እርምጃ ተወሰደበት

    September 4, 20210

    Ethiopian Envoy Briefs Sudan Based Media On GERD

    July 4, 20210

    በአዳማ ከተማ የምርጫ ሂደቱን ለማወክ በመሞከርና በምርጫ ጣቢያ የጦር መሳሪያ ይዞ በመገኘት የተከሰሱ ተቀጡ

    June 21, 20210
    Prev Next Showing 1 Of 1875
  • Design
    • All
    • AFRICA
    • ART and CULTURE
    • BUSINESS
    • ECONOMY
    • EDITORIA
    • ENTERTAINMENT
    • ertips
    • Events
    • FEATURED
    • General
    • General
    • HOT
    • law
    • Media tips
    • News
    • News2
    • OPINION
    • POLITICS
    • Reaction
    • SOCIETY
    • SPORT
    • TIPS 1
    • TOP NEWS
    • VIDEO
    • WORLD
    • ማህደር
    • ያበደው

    ልጆቻቸው መቀለ ዩኒቨርስቲ የቀሩባቸው ወላጆች የተመድ ፊት እያነቡ ነው “ልጆቻችንን አስለቅቁልን”

    July 23, 20210

    መከላከያ በኦሮሚያና አማራ ክልል የማጽዳት ስራ እንደቀረው አስታወቀ፤ አማራ ክልል መዋቅሩን እያጠራ ነው፤

    September 1, 20230

    “ሁሉንም ያማከለ ዴሞክራሲያዊ ስረዓተ መንግስት ካልተመሰረተ ወቅታዊና ረጅም ጊዜ ያስቆጠሩ ችግሮች ለመፍታት አስቸጋሪ ነው”

    April 17, 20210

    “በተለመደው አሰራር ማስቀጠል የምንችለው ድህነትን ብቻ ነው” ሽመልስ አብዲሳ

    June 3, 20220

    “ሩሲያ ዩክሬይንን ወረረች?”

    March 9, 20220
    Prev Next Showing 1 Of 1500
  • Video
    video

    ጠቅላይ ሚኒስትር አብይ ለፓርላማ የሰጡት ማብራሪያ

    July 4, 2024
    video

    የህብታቸውን ምንጭ የሚያውቁ አይሰጉም! ማብራሪያ

    June 22, 2024
    video

    የሀገር አቀፍ የምክክር ሂደት ይፋዊ የማስጀመሪያ ሥነ ስርዓት

    June 4, 2024
    video

    የምክክር ሂደት ይፋዊ ማስጀመሪያ ላይ ያደረጉት ሙሉ ንግግር

    June 4, 2024
    Prev Next Showing 1 Of 5
  • Categories
    • News
      • Europe
      • Politics
        • Reaction
          • Feedbacks
          • Opinions
            • Poeple
            • Reports
      • US
      • World
    • Design
      • Architecture
      • Devices
      • Inspiration
      • Trends
    • Events
      • Movies
      • Music
      • Social media
      • Stars
    • Featured
      • Lifestyle
      • Technology
      • Tourism
      • Travel
VOE - VOICES OF ETHIOPIA
VOE - VOICES OF ETHIOPIA
  • News
  • Design
  • Video
  • Categories
    • News
      • Europe
      • Politics
        • Reaction
          • Feedbacks
          • Opinions
            • Poeple
            • Reports
      • US
      • World
    • Design
      • Architecture
      • Devices
      • Inspiration
      • Trends
    • Events
      • Movies
      • Music
      • Social media
      • Stars
    • Featured
      • Lifestyle
      • Technology
      • Tourism
      • Travel
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
  • Home Demo news
VOE - VOICES OF ETHIOPIA
  News  MNO, Dargaggoota Oromoo Dogoggooraan Shaneetti Makamaniif Waamicha Dhiyeesse
News

MNO, Dargaggoota Oromoo Dogoggooraan Shaneetti Makamaniif Waamicha Dhiyeesse

Ethioreview newsEthioreview news—January 26, 20220
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail

Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoonni Oromoo karaa dogoggoraan farrummaa garee shororkeessaa shaneetti osoo hin hubatiin itti makaman hundi karaa nagaan harka akka laataan  waamicha dhiyeessera.

Guutuun ergichaa akka armaan gadiin dhiyaateera:-

Humni shoroorkeessaa Shaneen kaleessaa hanga har’aatti caba siyaasaa, dinagdee fi hawaasummaa ummata Oromootiif sababa ta’uurraa kan hafe akeekaa fi kaayyoo siyaasaa dantaa saba bal’aa milkeessuu danda’u qabatee yeroon mul’ate tokkollee hin jiru. Maqaa jaarmiyaa maayii hin baasne kanaan eenyummaafi kabajni namoomaa  ummata  Oromoo  sarbamaa turee jira. Gaafa sabni bal’aan qabsoo farra cunqursaatiif isa waammatu hin birmanne; har’a yeroo Oromoon wareegama qaalii kaffaleen ulfina isaaf malutti imalaa jirutti shaneen warra gumaa waliin hiriirtee ummata Oromoo cabsuuf akeeka baandummaa ishii ifatti nutti agarsiiste. Kaleessa sababa isaatiin, har’a ammoo gochaa farrummaa inni raawwatuun ajjechaa fi salphinni Oromoodhaaf hin malle irratti raawwataa jira.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa saba guddaa kanaaf aadaa siyaasaa ammayyaa’aa wal-hubannaa bu’uureeffateetu mala jechuun  humna shororkeessummaa filate kana daandii nagaatti deebisuuf yaaliin  hin taasifne hin jiru. Ulfina saba bal’aaf jedhamee kadhaa fi sosobbii yeroo garaagaraatti taasifame kana fudhachuun karaa nagaatti deebi’uurra, inumaayyuu humni kun dinoota kaleessa Oromoo salphisan waliin hiriiruun  uumama gantummaa fi baandummaa isaa ifatti nutti agarsiisee jira.

More stories

Waajjirri Simannaa Kaadhimamtoota Komishinaroota Komishinii Maree Biyyaalessaa Hundaa’e

December 31, 2021

Injifannoon Baahaa Fi Lixaatti Argamee Giddugala Biyyatti Akka Irra Deebi’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Himan

December 2, 2021

Qaamni hidhatee bosona jiru waamicha abbootii Gadaa kabajee hawaasatti deebi’uu qaba jedhame

December 6, 2021

Ijaarsi misooma pirojektii Ikkoo turizimii Wancii Dandii hooggantoota olaanoon daawwate.

May 14, 2023

Dargaggoonni baay’een akeekaa fi kaayyoon shanee Oromoo salphisuu akka ta’e dursee galuufii isaatiin jaarmiyaa badii kana dursanii kan gadhiisan yommuu ta’u, kanneen hafan garuu yeroo humni kun warra gumaa- TPLF waliin hiriiruu isaa argan  hirmii baafatanii karaa adda addaatiin harka isaanii mootummaatti kennaa turanii jiru. Yeroo ammaa kanas waamicha Abootiin Gadaa dabarsaniin dargaggoonni lakkoofsi isaanii salphaa hin taane harka isaanii mootummaatti kennaa jiru.  Kanneen lakkoofsi isaanii xiqqaa hin jedhamne ammoo karaa humna nama nyaataa kana jalaa itti miliqan dhabdanii wareegama hin malle kaffallaa jiraachuu Mootummaan Naannoo Oromiyaa quba qaba.

Waan ta’eef, dargaggoonni Oromoo karaa dogoggoraan farrummaa garee shororkeessaa shanee otoo hin hubatiin itti makamtan marti, humna shoororkeessaa ummata Oromoo salphisuu malee kaayyoo biroo hin qabneef, umrii dargagummaa keessaniin hin taphatinaa. Dargaggummaan yeroo yaadaafi yaadama sirrii hordofnee egeree keenyaaf bu’uura cimaa itti keenyuudha. Kan isniif malu  wareegama hiika hin qabne osoo hin taane, qaama warraaqsa dinagdee Oromiyaa ta’uun Oromiyaa waliin badhaadhuudha.  Golli Oromiyaa bal’aadha. Mariif marabbaan waliigallee, humnaafi beekumsa qabnuun qixa sirriin hojjennaan, qabeenyi Oromiyaa ummata Oromoo qofa otoo hin taane Itoophiyaa irra darbee Gaanfa Afrikaa jijjiiruu danda’a.  Nageenyi waaraa bu’ee badhaadhinni ummata keenyaa akka hin dhugoomne kan nu danqaa jiru siyaasa jal’inaati. Kiyyoo siyaasa jal’inaa keessaa baatanii karaa nagaatti akka deebitan ammas irra deebiin waamicha isiniif dabarsa. Mootummaan Naannoo Oromiyaa   badii kaleessa balleessitan isin irratti hin laalu, gara-bal’inaan, miira jaalalaa fi obolummaatiin isiin simachuuf qophii dha.  Kanaaf, dargaggoonni garee shoororkeessaa shanee keessa jirtan caasaa mootummaa sadarkaan jirutti harka akka kennattan  waamicha isinii taasisa.

Mootummaa Naannoo Oromiyaa

Amajjii 16, 2014

Oromiffa
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail

Ethioreview news

A journalist

Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa Gaafatan
[አክቲቪስቱ] የዓለም ጤና ድርጅት መሪ በድጋሚ ክስ ቀረበባቸው
Related posts
  • Related posts
  • More from author
News

ህወሃት በፕሪቶሪያው ስምምነት ፍርስራሽ ላይ ! አዲስ የህወሃት የጦርነት ማስጠንቀቂያና “አሸማግሉኝ”

June 6, 20260
News

ጽንፈኝነት ግን በኢትዮጵያ ምድር ፈጽሞ ቦታ የለውም! – ወቅታዊ ጉዳዮችን አስመልክቶ የተሰጠ መግለጫ

June 5, 20260
News

ጃዋር ለአርሲው ግድያ ቀዳሚ ተሟጋች ሆነ፤ “እንቀነጥሳችኋለን” ያለበትን ሜንጫ የት ጣለው?

June 3, 20260
Load more
Leave a Reply Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Read also
TOP NEWS

ONLF Rejects Claims of Affiliation With Armed Groups

June 7, 20260
TOP NEWS

Beyond the Ballot: How Professor Alemayehu G. Mariam Explains Ethiopia’s Democratic ‘Escape Velocity’ on ETV

June 7, 20260
AFRICA

Dr. Jote Tafese: “Curing Incurable Diseases Through Science”

June 7, 20260
ENTERTAINMENT

ዶ/ር ጆቴ ታፈሰ- መድኃኒት አልባ ሕመሞችን በሳይንስ መፈወስሰዎችን – ከሞት አፋፍ መመለስ

June 7, 20260
ENTERTAINMENT

ኬሞቴራፒን ማስቀረት የተቻለበት አዲስ ተስፋ፡ የ64 ዓመቷ ካረን የ«ዳግም መወለድ»

June 7, 20260
News

ህወሃት በፕሪቶሪያው ስምምነት ፍርስራሽ ላይ ! አዲስ የህወሃት የጦርነት ማስጠንቀቂያና “አሸማግሉኝ”

June 6, 20260
Load more
Recent Posts
  • ONLF Rejects Claims of Affiliation With Armed Groups June 7, 2026
  • Beyond the Ballot: How Professor Alemayehu G. Mariam Explains Ethiopia’s Democratic ‘Escape Velocity’ on ETV June 7, 2026
  • Dr. Jote Tafese: “Curing Incurable Diseases Through Science” June 7, 2026
  • ዶ/ር ጆቴ ታፈሰ- መድኃኒት አልባ ሕመሞችን በሳይንስ መፈወስሰዎችን – ከሞት አፋፍ መመለስ June 7, 2026
  • ኬሞቴራፒን ማስቀረት የተቻለበት አዲስ ተስፋ፡ የ64 ዓመቷ ካረን የ«ዳግም መወለድ» June 7, 2026
  • ህወሃት በፕሪቶሪያው ስምምነት ፍርስራሽ ላይ ! አዲስ የህወሃት የጦርነት ማስጠንቀቂያና “አሸማግሉኝ” June 6, 2026
  • ጽንፈኝነት ግን በኢትዮጵያ ምድር ፈጽሞ ቦታ የለውም! – ወቅታዊ ጉዳዮችን አስመልክቶ የተሰጠ መግለጫ June 5, 2026
  • Agricultural Sovereignty, Economic Transformation, and the Defiance of Extremism Ahead of the 7th National Election June 5, 2026
  • የዘለንስኪ ጥሪ፦ “ጦርነቱን ለማቆም ከፑቲን ጋር ፊት ለፊት ለመወያየት ዝግጁ ነኝ” June 5, 2026
  • የኦሮሚያ ክልል የፖለቲካ ፓርቲዎች የጋራ ምክር ቤት ምርጫውን አደነቀ June 5, 2026
  • The Inverted Frontlines: How Secret Alliances and the Western Tigray Fault Line Threaten to Reignite Ethiopia June 4, 2026
  • Analysis: Ja-War, Aljazeera, Bloodshed and Terror in Ethiopia June 4, 2026
  • ጃዋር ለአርሲው ግድያ ቀዳሚ ተሟጋች ሆነ፤ “እንቀነጥሳችኋለን” ያለበትን ሜንጫ የት ጣለው? June 3, 2026
  • International Partner Welcomes Ethiopia’s 7th General Election, Calls for Inclusive Voting in Remaining Constituencies June 3, 2026
  • ዓለም አቀፍ አጋሮች የኢትዮጵያን 7ኛ አጠቃላይ ምርጫ በበጎ ተቀበሉ፤ June 3, 2026
Social networks
FacebookLikes
X TwitterFollowers
PinterestFollowers
InstagramFollowers
YoutubeSubscribers
VimeoSubscribers
    VOE - VOICES OF ETHIOPIA
    The VOICES OF ETHIOPIA/ VOE is free website provied news, information, opinions and analysis, from and to the public "በሰው ልጆች ዕልቂትና በብሄራዊ ጥቅም መነገድ ይቁም!"

    MENU

    NEWShomeMEDIAOPINIONtopnewswPOLITICSSOCIETYlawworldentertainmentECONOMYINTERVIEWeventsportOromiffafeaturedbusinesshotarchivetips
    © Copyright 2026, All Rights Reserved
    • CONTACT
    • law
    • INTERVIEW
    • ያበደው
    • ECONOMY
    • Home demo times
    • VOE VIDEO
    • ENGLISH PAGE
    • Home Demo default 2
    • Home Demo news