Skip to content
  Saturday 16 May 2026
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
VOE
  • DESIGN
    • All
    • AFRICA
    • ART and CULTURE
    • BUSINESS
    • ECONOMY
    • EDITORIA
    • ENTERTAINMENT
    • ertips
    • Events
    • FEATURED
    • General
    • General
    • HOT
    • law
    • Media tips
    • News
    • News2
    • OPINION
    • POLITICS
    • Reaction
    • SOCIETY
    • SPORT
    • TIPS 1
    • TOP NEWS
    • VIDEO
    • WORLD
    • ማህደር
    • ያበደው

    የሠሜኑን ጦርነት ተከትሎ ወንጀሎችን ተጠያቂ የማድረጉ ሥራ ዓለም አቀፍ መርሆዎችን ተከትሎ እየተከናወነነው

    June 1, 2022

    በትግራይ ክልል ተቋርጦ የነበረው የትራንስፖርት አገልግሎት ተጀመረ

    February 1, 2021

    በተዓምር የተረፈች ህይወት ህያው ምስክርነት – ‘አትሙቺ ያላት ነፍስ

    December 14, 2021

    የአጥንት ህመም መነሻ መንስኤዎችና መፍትሄው

    August 20, 2024

    ሞዐ ተዋሕዶ ምንድን ነው? [ሞነግ] “ነጻ አውጪ ግምባር” ወይስ ?

    August 13, 2025
    Prev Next Showing 1 Of 1493
  • News
    • NEWS 2
  • AFRICA
    • WORLD
  • VIDEO
  • HOT
  • POLITICS
    • INTERVIEW
    • OPINION
    • SOCIETY
    • ENTERTAINMENT
    • ያበደው
    • SPORT
    • ማህደር
      • Travel
      • Social media
      • Stars
      • Technology
      • Tourism
      • Trends
    • Music
      • Movies
VOE
VOE
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
VOE
  News  Hidhi Abbayyaa Pirojektii Fakkeenyummaa Faayidaa Hedduu Naannawaati -Xiinxalaa Sudaan
News

Hidhi Abbayyaa Pirojektii Fakkeenyummaa Faayidaa Hedduu Naannawaati -Xiinxalaa Sudaan

Ethioreview newsEthioreview news—April 4, 2023
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail

Finfinnee, Bitootessa 25, 2015 (FBC)-Hidhi Guddichi Haaromsa Ityoophiyaa yaa’icha dabalatee faayidaa biyyootaa kan eegsisu pirojektii fakkeenyummaa misoomaa Afrikaati jedhan Dippilomaatiin Duraanii, Gaazexeessaa fi Xiinxalaan Sudaan Makkii Almoogiraab Ibsan.

Makkii Amoogiraab Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet waliin turtii taasisaniin akka jedhanitti, Hidhi Haromsaa qajeelfamoota eegumsa naannawaa waliin walsimuu fi damee misomaa anniisaan sochii hawaas-diinagdee Ardichaa saffisisuudha.

Hanqina anniisaa guutuuf, walitti hidhamiinsa diinagdee naannawaa cimsuu fi fayyadamtoota anniisaa murteessoo sochiiwwan misoomaa saffisiisuuf akka tumsu ibsameera.

Hidhichi biyya isaaniif balaa lolaa hordofsiisuu fi soda hir’isuu akkasumas dhiqamaa biyyee hambisuun tajaajiloota garaagaraaf kan oolu bishaan qulqulla’ee fi walgitaa waliin gahuuf fayyadamummaa olaanaa akka mirkaneessu akeekeera.

More stories

M.M.M.W Ariifachiisaa 2ffaa Gaggeesseen  Turtiin Labsii Yeroo Ariifachiisaa Akka Gabaabbatu Murtoo Dabarse

January 26, 2022

Shira Gabaa Finxaaleyyiin Uumame Cinatti Rakkoon Gaggeessummaa Qaala’insa Gabaa Mul’ateef Sababa Ijoodha- Obbo Awwaluu Abdii

April 4, 2023

Injifannoon Baahaa Fi Lixaatti Argamee Giddugala Biyyatti Akka Irra Deebi’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Himan

December 2, 2021

Bilisummaan Jabaattee Itti Fufti-MM Abiy Ahimad

April 8, 2023

Ijaarsaa fi itti fayyadama pirojektichaa irratti yaadota faallessoo ka’an ilaalchisee akka jedhanitti, dhimma hidhichaa qabiyyee idil addunyaa qabsiisuuf yaaliiwwan taasifaman fudhatama akka hinqabneedha.

Daandii furtuu garaagarummaa ta’uu kan danda’us, Ityoophiyaa, Ijibtii fi Sudaan gidduutti marii gaggeeffamu qofaan ta’uu dubbataniiru.

Dhugaawwan Afrikaa Addunyaa hubachiisuufis ta’e pirojektiiwwan guguddaa akka hidhaa Abbayyaa dhiibbaawwan alaa irraa ittisuuf miidiyaan ardii barbaachisaa ta’uu kaasnaiiru.

Hojiirra oolmaa isaafis lammiileen Afrikaa hundi gahee gama isaanii bahachuu qabu” jechuun Makkii Almoogiraab kan hubachiisan.

Ijaarsa hidhichaa yeroo sadii kan daawwatan ta’uu eeruun, ilaalchi gaariin dhimma hidhichaarraatti qaban akka hinjijjiiramnee fi qabeenyaa boonsituu Afrikaanota hundaati jedhu.

Lammiileen Sudaanis ta’e Afrikaanonni biroon yaada walfakkaataa akka qabaataniif gahee gama isaanii bahachaa jiraachuu dubbatu.

Waliigaltee Piritooriyaan walqabatee akka jedhanitti, jijjiiramoota waliigaltechaan booda dhufan akka hubatan kaasuun, hojiileen invastimantii fi tuuriizimii sochii gaariirraa jiraachuu akkasuma haalonni duraan turan bakka isaanitti deebi’aa akka jiran eeraniiru.

Haalaa waqtaawaa Ityoophiyaa fi Sudaaniin walqabatees, dureewwan biyyootaa mariin furuuf sochiin taasisaa jiran cimee itti fufuu akka qabu, hariiroo ummataa fi ummataa akkasumas walitti hidhamiinsa diinagdee miseensota hawaasaa daldalaa cimsuun, fayyadamummaa waloo mirkaneessuun akka danda’amu ibsaniiru.

FBC

Oromiffa
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail
Shira Gabaa Finxaaleyyiin Uumame Cinatti Rakkoon Gaggeessummaa Qaala’insa Gabaa Mul’ateef Sababa Ijoodha- Obbo Awwaluu Abdii
Paarlaamaawwan Ityoophiyaa Fi Ingiliz Hariiroo Isaanii Caalmaan Cimsuuf Akka Hojjetan Beeksisan
Related posts
  • Related posts
  • More from author
News

ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር?

April 26, 2026
News

“ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ

April 26, 2026
News

ፕሮፌሰር መሐመድ ሐሰን የፕሬዚዳንት ኢሳያስ የግል አምባሳደር

April 13, 2026
Load more
Read also
News

ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር?

April 26, 2026
WORLD

ቅዳሜ ምሽት በዋሽንግተን ዲሲ ሂልቶን፤ ሶስት ቀን የተደበቀው “ትኩላ” ዝርዝር ሪፖርት

April 26, 2026
News

“ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ

April 26, 2026
WORLD

አውሮፓ ህብረት የጋራ መከላከያ ለማቋቋም የስምምነት ረቂቅ ሊያዘጋጅ ነው

April 26, 2026
WORLD

የኢልሀን ኦማር የ30 ሚሊዮን ዶላር የሀብት መዝገብ እየተመረመረ ነው “የሂሳብ ስህተት ነው” ብላለች

April 26, 2026
WORLD

የፔትሮ-ዶላር ግርዶሽ! ወደ ዘመን ዩዋና?

April 26, 2026
Load more
Recent Posts
  • ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር? April 26, 2026
  • ቅዳሜ ምሽት በዋሽንግተን ዲሲ ሂልቶን፤ ሶስት ቀን የተደበቀው “ትኩላ” ዝርዝር ሪፖርት April 26, 2026
  • “ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ April 26, 2026
  • አውሮፓ ህብረት የጋራ መከላከያ ለማቋቋም የስምምነት ረቂቅ ሊያዘጋጅ ነው April 26, 2026
  • የኢልሀን ኦማር የ30 ሚሊዮን ዶላር የሀብት መዝገብ እየተመረመረ ነው “የሂሳብ ስህተት ነው” ብላለች April 26, 2026
  • የፔትሮ-ዶላር ግርዶሽ! ወደ ዘመን ዩዋና? April 26, 2026
  • ፕሮፌሰር መሐመድ ሐሰን የፕሬዚዳንት ኢሳያስ የግል አምባሳደር April 13, 2026
  • Iran reneges on key point of ceasefire amid allegations of broken promises   April 8, 2026
  • Erdogan warns of ‘sabotage’ in Iran ceasefire during Trump call April 8, 2026
  • እዚህ ሀገር ያሉ የኤርዶኻን ወኪሎች እንዲያውም ቁርጣቸውን ቢያውቁ… April 8, 2026
  • የአውሮፓ ህብረት ሻዕቢያ ጣልቃ ገብነት እንዲያቆም አሳሰበ – ኤርትራዊያን ተቃውሞ አሰሙ April 8, 2026
  • ትዕይንተ ሕዝብ ወይስ ትዕይነተ ውድቀት? – መልማዮቹና ለኪዎቻቸው ዒላማ ያደረጉት ምን እንደሆነ አየንበት! April 8, 2026
  • ኢትዮጵያና የተባበሩት መንግሥታት የልማት ፕሮግራም በሰላማዊ ኒውክሊየር ኃይል መርሃ ግብር በጋራ ለመስራት ተስማሙ March 29, 2026
  • ምርጫ ለማጨናገፍ ሻዕቢያ ያዘጋጀው የፕሮፓጋንዳ ማንዋል “ምርጫ ማክሸፍ የህልውና ጉዳይ ነው” ይላል March 29, 2026
  • ስብሰቡን “ሸፍጥ ይመስላል” ያሉት ዶ.ር ሚኒሊክ ከመጪው ቅዳሜ የአመጽ ጥሪ ምድብ ውጪ ሆኑ፤ የፋኖ ጉዳይ አስፈርቷል March 28, 2026
Social networks
FacebookLikes
X TwitterFollowers
PinterestFollowers
InstagramFollowers
YoutubeSubscribers
VimeoSubscribers
    VOE
    The VOICES OF ETHIOPIA/ VOE is free website provied news, information, opinions and analysis, from and to the public "በሰው ልጆች ዕልቂትና በብሄራዊ ጥቅም መነገድ ይቁም!"

    MENU

    NEWShomeMEDIAOPINIONtopnewswPOLITICSSOCIETYlawworldentertainmentECONOMYINTERVIEWeventsportOromiffafeaturedhotbusinessarchivetips
    © Copyright 2026,voicesofethiopia All Rights Reserved
    • CONTACT
    • INTERVIEW
    • law
    • ECONOMY
    • Home demo times
    • ያበደው
    • VOE VIDEO
    • ENGLISH PAGE
    • Home Demo default 2