Skip to content
  Saturday 16 May 2026
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
VOE
  • DESIGN
    • All
    • AFRICA
    • ART and CULTURE
    • BUSINESS
    • ECONOMY
    • EDITORIA
    • ENTERTAINMENT
    • ertips
    • Events
    • FEATURED
    • General
    • General
    • HOT
    • law
    • Media tips
    • News
    • News2
    • OPINION
    • POLITICS
    • Reaction
    • SOCIETY
    • SPORT
    • TIPS 1
    • TOP NEWS
    • VIDEO
    • WORLD
    • ማህደር
    • ያበደው

    የሠሜኑን ጦርነት ተከትሎ ወንጀሎችን ተጠያቂ የማድረጉ ሥራ ዓለም አቀፍ መርሆዎችን ተከትሎ እየተከናወነነው

    June 1, 2022

    በትግራይ ክልል ተቋርጦ የነበረው የትራንስፖርት አገልግሎት ተጀመረ

    February 1, 2021

    በተዓምር የተረፈች ህይወት ህያው ምስክርነት – ‘አትሙቺ ያላት ነፍስ

    December 14, 2021

    የአጥንት ህመም መነሻ መንስኤዎችና መፍትሄው

    August 20, 2024

    ሞዐ ተዋሕዶ ምንድን ነው? [ሞነግ] “ነጻ አውጪ ግምባር” ወይስ ?

    August 13, 2025
    Prev Next Showing 1 Of 1493
  • News
    • NEWS 2
  • AFRICA
    • WORLD
  • VIDEO
  • HOT
  • POLITICS
    • INTERVIEW
    • OPINION
    • SOCIETY
    • ENTERTAINMENT
    • ያበደው
    • SPORT
    • ማህደር
      • Travel
      • Social media
      • Stars
      • Technology
      • Tourism
      • Trends
    • Music
      • Movies
VOE
VOE
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
VOE
  News  Humna Addaa naannoolee deebisne gurmeessina malee ni diigna hinjenne-Jeneraal Ababaawu Taaddasaa
News

Humna Addaa naannoolee deebisne gurmeessina malee ni diigna hinjenne-Jeneraal Ababaawu Taaddasaa

Ethioreview newsEthioreview news—April 8, 2023
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail

Humna Addaa Naannolee hojiin deebisanii gurmeessuu ammaa kan eegalee miti jedhan, Itaamaajoor Shuumii Itti aanaan Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Ababaawu Taaddasaan.

Jeneraal Ababaawu Taaddasaa dhimmicha ilaalchisuun ibsa kennaniin, hojiin humna addaa deebisani gurmeessuu yeroo dheeraa qoratamaa kan ture malee hojii amma eegale miti jedhan.

Qorannichi, cimina humnoota addaa naannolee kan ilaale ta’us, gurmaa’inni humna addaa hanqinaa akka qabu fi seera qabeessa akka hinturre akeekaniiru.

Heerri mootummaa biyyaa wayita ilaalaamus gurmaa’inichi seera qabeessa akka hintaanee fi heerris beekamtii hinkennu jedhu Jeneraal Ababaawu.

More stories

M.M.M.W Ariifachiisaa 2ffaa Gaggeesseen  Turtiin Labsii Yeroo Ariifachiisaa Akka Gabaabbatu Murtoo Dabarse

January 26, 2022

Shira Gabaa Finxaaleyyiin Uumame Cinatti Rakkoon Gaggeessummaa Qaala’insa Gabaa Mul’ateef Sababa Ijoodha- Obbo Awwaluu Abdii

April 4, 2023

Injifannoon Baahaa Fi Lixaatti Argamee Giddugala Biyyatti Akka Irra Deebi’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Himan

December 2, 2021

Bilisummaan Jabaattee Itti Fufti-MM Abiy Ahimad

April 8, 2023

Ijaarsi Humna Addaa, sabummaarratti kan bu’uureffate ta’uu himanii, kun ammoo duudhaa waliin jireenya ummatootaa kan laaffisuudha jedhan.

Daandii furtuu siyaasa biyyattii kan balleessee ta’uu eeruun, kunis “Heeraa mootummaa keenyaan siyaasnii fi humni walfaana hindeeman; kanaafis beekaan siyaasaa yaadaan injifachuu wayita dadhabu ulee biraa qaba jechuudha; humna addaa hidhate ol fudhata” jechuun ibsu.

Qorannichaan humni addaa naannolee sirrii miti erga jedhamee waggoota afur akka lakkoofsise eeraniiru.

“Haaluma kanaan humna kana irra deebiin haa gurmeessinu jedhamee murtaa’e malee haa diigamu, hidhannoo haa hiiksisnu hinjedhamne” jedhan.

Daandiiin ittiin gurmaa’us akkaataa fedhii isaaniitti Raayyaa Ittisaa Biyyaatti, Poolisi Federaalaa fi poolisii idileetti akka makaman kaa’ameera jedhan.

kunis kabaja, haamilee fi faayidaa isaa haala hintuqneen akka raawwatamu sagantaan qabamuu eeraniiru.

“Kun hammeenyaa hinqabu; seera kan qabsiisu; yeroo kan kennineef rakkoo biraan waan tureef” jedhan.

Naannolee hunda haala hirmaachiseen qorannichaarratti yeroo dheeraaf irratti mari’atamee kan murtaa’e ta’uu kaasaniiru.

Qorannoo kana raawwachiisuu kan danda’u koreen biyyaalessaa hundeeffamuu eeranii, kunis kan taasifameef raawwii isaarratti hanqinni akka hinjiraanne yaadamee ta’uu Jeneraal Ababaawu Taaddasaan himaniiru. KRIB

Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:\OBN

Oromiffa
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail
“ውሳኔውን በመርህ ደረጃ የተቃወመ አላየሁም” ቹቹ አለባቸው
Bilisummaan Jabaattee Itti Fufti-MM Abiy Ahimad
Related posts
  • Related posts
  • More from author
News

ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር?

April 26, 2026
News

“ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ

April 26, 2026
News

ፕሮፌሰር መሐመድ ሐሰን የፕሬዚዳንት ኢሳያስ የግል አምባሳደር

April 13, 2026
Load more
Read also
News

ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር?

April 26, 2026
WORLD

ቅዳሜ ምሽት በዋሽንግተን ዲሲ ሂልቶን፤ ሶስት ቀን የተደበቀው “ትኩላ” ዝርዝር ሪፖርት

April 26, 2026
News

“ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ

April 26, 2026
WORLD

አውሮፓ ህብረት የጋራ መከላከያ ለማቋቋም የስምምነት ረቂቅ ሊያዘጋጅ ነው

April 26, 2026
WORLD

የኢልሀን ኦማር የ30 ሚሊዮን ዶላር የሀብት መዝገብ እየተመረመረ ነው “የሂሳብ ስህተት ነው” ብላለች

April 26, 2026
WORLD

የፔትሮ-ዶላር ግርዶሽ! ወደ ዘመን ዩዋና?

April 26, 2026
Load more
Recent Posts
  • ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር? April 26, 2026
  • ቅዳሜ ምሽት በዋሽንግተን ዲሲ ሂልቶን፤ ሶስት ቀን የተደበቀው “ትኩላ” ዝርዝር ሪፖርት April 26, 2026
  • “ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ April 26, 2026
  • አውሮፓ ህብረት የጋራ መከላከያ ለማቋቋም የስምምነት ረቂቅ ሊያዘጋጅ ነው April 26, 2026
  • የኢልሀን ኦማር የ30 ሚሊዮን ዶላር የሀብት መዝገብ እየተመረመረ ነው “የሂሳብ ስህተት ነው” ብላለች April 26, 2026
  • የፔትሮ-ዶላር ግርዶሽ! ወደ ዘመን ዩዋና? April 26, 2026
  • ፕሮፌሰር መሐመድ ሐሰን የፕሬዚዳንት ኢሳያስ የግል አምባሳደር April 13, 2026
  • Iran reneges on key point of ceasefire amid allegations of broken promises   April 8, 2026
  • Erdogan warns of ‘sabotage’ in Iran ceasefire during Trump call April 8, 2026
  • እዚህ ሀገር ያሉ የኤርዶኻን ወኪሎች እንዲያውም ቁርጣቸውን ቢያውቁ… April 8, 2026
  • የአውሮፓ ህብረት ሻዕቢያ ጣልቃ ገብነት እንዲያቆም አሳሰበ – ኤርትራዊያን ተቃውሞ አሰሙ April 8, 2026
  • ትዕይንተ ሕዝብ ወይስ ትዕይነተ ውድቀት? – መልማዮቹና ለኪዎቻቸው ዒላማ ያደረጉት ምን እንደሆነ አየንበት! April 8, 2026
  • ኢትዮጵያና የተባበሩት መንግሥታት የልማት ፕሮግራም በሰላማዊ ኒውክሊየር ኃይል መርሃ ግብር በጋራ ለመስራት ተስማሙ March 29, 2026
  • ምርጫ ለማጨናገፍ ሻዕቢያ ያዘጋጀው የፕሮፓጋንዳ ማንዋል “ምርጫ ማክሸፍ የህልውና ጉዳይ ነው” ይላል March 29, 2026
  • ስብሰቡን “ሸፍጥ ይመስላል” ያሉት ዶ.ር ሚኒሊክ ከመጪው ቅዳሜ የአመጽ ጥሪ ምድብ ውጪ ሆኑ፤ የፋኖ ጉዳይ አስፈርቷል March 28, 2026
Social networks
FacebookLikes
X TwitterFollowers
PinterestFollowers
InstagramFollowers
YoutubeSubscribers
VimeoSubscribers
    VOE
    The VOICES OF ETHIOPIA/ VOE is free website provied news, information, opinions and analysis, from and to the public "በሰው ልጆች ዕልቂትና በብሄራዊ ጥቅም መነገድ ይቁም!"

    MENU

    NEWShomeMEDIAOPINIONtopnewswPOLITICSSOCIETYlawworldentertainmentECONOMYINTERVIEWeventsportOromiffafeaturedhotbusinessarchivetips
    © Copyright 2026,voicesofethiopia All Rights Reserved
    • CONTACT
    • law
    • INTERVIEW
    • ያበደው
    • ECONOMY
    • Home demo times
    • VOE VIDEO
    • ENGLISH PAGE
    • Home Demo default 2