Skip to content
  Saturday 16 May 2026
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
VOE
  • DESIGN
    • All
    • AFRICA
    • ART and CULTURE
    • BUSINESS
    • ECONOMY
    • EDITORIA
    • ENTERTAINMENT
    • ertips
    • Events
    • FEATURED
    • General
    • General
    • HOT
    • law
    • Media tips
    • News
    • News2
    • OPINION
    • POLITICS
    • Reaction
    • SOCIETY
    • SPORT
    • TIPS 1
    • TOP NEWS
    • VIDEO
    • WORLD
    • ማህደር
    • ያበደው

    የሠሜኑን ጦርነት ተከትሎ ወንጀሎችን ተጠያቂ የማድረጉ ሥራ ዓለም አቀፍ መርሆዎችን ተከትሎ እየተከናወነነው

    June 1, 2022

    በትግራይ ክልል ተቋርጦ የነበረው የትራንስፖርት አገልግሎት ተጀመረ

    February 1, 2021

    በተዓምር የተረፈች ህይወት ህያው ምስክርነት – ‘አትሙቺ ያላት ነፍስ

    December 14, 2021

    የአጥንት ህመም መነሻ መንስኤዎችና መፍትሄው

    August 20, 2024

    ሞዐ ተዋሕዶ ምንድን ነው? [ሞነግ] “ነጻ አውጪ ግምባር” ወይስ ?

    August 13, 2025
    Prev Next Showing 1 Of 1493
  • News
    • NEWS 2
  • AFRICA
    • WORLD
  • VIDEO
  • HOT
  • POLITICS
    • INTERVIEW
    • OPINION
    • SOCIETY
    • ENTERTAINMENT
    • ያበደው
    • SPORT
    • ማህደር
      • Travel
      • Social media
      • Stars
      • Technology
      • Tourism
      • Trends
    • Music
      • Movies
VOE
VOE
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
VOE
  News  Rakkoo nageenyaa naannoo Oromiyaa keessa jiru furuuf hojjetamaa jiraachuu,
News

Rakkoo nageenyaa naannoo Oromiyaa keessa jiru furuuf hojjetamaa jiraachuu,

Ethioreview newsEthioreview news—April 8, 2023
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail

Rakkoo nageenyaa naannoo Oromiyaa keessa jiru furuuf hojjetamaa jiraachuu, Pirezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa himan.

Wal dhabdee fi rakkoo jiru karaa tasgabbii qabuun mariin furuun nageenya waaraa fiduufi deebisanii dhaaburratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu komiishiniin haaromsa biyyaalessaa beeksise.

Komiishiniin haaromsa biyyaalessaa bakka Pirezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa, Pirezdaantii itti aanaa mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii dabalatee hooggansi olaanoo naannichaa argamanitti waajjira pirezidaantiitti mari’ate.

Komiishinarri Komiishinii haaromsa biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Togaa, biyyattii keessatti qaamolee hidhatanii socho’aniin rakkooleen gara garaa akka mudatan dubbatan.

More stories

M.M.M.W Ariifachiisaa 2ffaa Gaggeesseen  Turtiin Labsii Yeroo Ariifachiisaa Akka Gabaabbatu Murtoo Dabarse

January 26, 2022

Shira Gabaa Finxaaleyyiin Uumame Cinatti Rakkoon Gaggeessummaa Qaala’insa Gabaa Mul’ateef Sababa Ijoodha- Obbo Awwaluu Abdii

April 4, 2023

Injifannoon Baahaa Fi Lixaatti Argamee Giddugala Biyyatti Akka Irra Deebi’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Himan

December 2, 2021

Bilisummaan Jabaattee Itti Fufti-MM Abiy Ahimad

April 8, 2023

Rakkoolee mudatan kanneen karaa cehumsa haqaatiin furuun hojjetamaa jiraachuu himan.

Rakkoo fi wal dhabdee jiru bifa tasgabbii qabuun marii fi walii galteen furuun barbaachisaa ta’uu dubbatan.

Biyyoonni gara garaa lolaa fi wal dhabdee mudate booda nageenya waaraa mirkaneessuun guddina dinagdee fi Hawaasummaa mirkaneessuuf deebisanii dhaabuurratti xiyyeeffannoon hojjetu.

Biyyattii keessattis bara 1960 irraa eegalee yeroo 60 caaluuf yaaliin deebisanii dhaabuu akka adeemsifame ragaan Komiishinicharraa argame ni mul’isa.

Waggoota 2’n darban rakkoo nageenyaa mudateen biyyattii keessatti lammiileen qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqa’uun rakkoon Hawaasummaa fi dinagdee mudateera.

Rakkoo kanarraa hawaasa dandamachiisuuf Afriikaa Kibbaatti mariin taa’amuu ni yaadatama.

Walii galtee uumameen boodas loltoota duraanii karaa qinda’aa ta’een deebisanii dhaabuuf komiishiniin haaromsa biyyaalessaa labsii 525/2015 hundaa’uun hojiin hojjetamaa jira.

Hojiin kunis ijaarsa nageenya biyyaaf gahee guddaa qabaachuu fi sanadni qopha’aa jira.

Kaayyoon Komiishiniin kun hundaa’eef loltoonni duraanii hawaasa waliin jireenya idilee akka jiraatan, hojii misoomaa, nageenyaa fi ijaarsa dimokiraasii keessatti akka hirmaatanif yaadamee ta’uu fi nageenya waaraa biyyattii keessatti mirkaneessuun misooma biyyattii utubuuf ta’uu Komiishinarri Komiishinii haaromsa biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Togaa himan.

Sagantaa kanaan naannoleen biyyattii 7 kan hammataman yoo ta’u loltoota kuma 200 fi kuma 15 hanga kuma 200 fi kuma 50 ta’an deebisanii dhaabuuf karoorfamuun eerameera.

Hojiirra oolmaansaas abbummaan mootummaa Federaalaa fi naannoon kan hoogganamu yoo ta’u fedhii loltoota duraanii irratti kan hundaa’uu,qaamolee deeggarsa barbaadan maanguddoota, qaama miidhamtoota dubartootaa fi daa’immaniif xiyyeeffannoo kan kennudha jedhan.

Naannoo Oromiyaa keessatti rakkoo nageenyaa uumameen hawaasni naannichaa rakkoo dinagdee fi hawaasummaaf saaxilamee jiraachuu Pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa himan.

Mootummaan rakkoo nageenya naannichaa furuuf qaamolee hidhatanii socho’aniif waamichaa taasisuu fi kanaanis jijjiiramni jiraachuu himan.

Qaamoleen hidhatanii jiran kunniin waamicha dhiyaateef fudhachuun karaa nagaan hidhannoo hiikkachaa jiraachuu eeranii ammallee nageenya waaraa fiduuf Komiishinicha waliin qindoominaan akka hojjetamu dubbatan.

Pirezidaantii itti aanaa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdii gama isaaniitiin rakkoo nageenyaan biyyattiin gatii kaffalaa jiraachuu himuun, ammallee dhimmi nageenyaa dhimma xiyyeeffannoo barbaaduu dubbatan.

Komiishiniin hundaa’e kunis ariitiin hojii eegaluu qaba jedhan. Lalii Girmaatu gabaase.

OBN

Oromiffa
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail
“ጎንደር አመጸ” ለማለት የቀርበው ምስል ከአምስት አመት በፊት ሱዳን የሆነ ነው
“ከጊዜያዊ መፍትሄ ዘላቂ ጥቅም አይገኝም!” ዐቢይ አሕመድ
Related posts
  • Related posts
  • More from author
News

ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር?

April 26, 2026
News

“ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ

April 26, 2026
News

ፕሮፌሰር መሐመድ ሐሰን የፕሬዚዳንት ኢሳያስ የግል አምባሳደር

April 13, 2026
Load more
Read also
News

ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር?

April 26, 2026
WORLD

ቅዳሜ ምሽት በዋሽንግተን ዲሲ ሂልቶን፤ ሶስት ቀን የተደበቀው “ትኩላ” ዝርዝር ሪፖርት

April 26, 2026
News

“ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ

April 26, 2026
WORLD

አውሮፓ ህብረት የጋራ መከላከያ ለማቋቋም የስምምነት ረቂቅ ሊያዘጋጅ ነው

April 26, 2026
WORLD

የኢልሀን ኦማር የ30 ሚሊዮን ዶላር የሀብት መዝገብ እየተመረመረ ነው “የሂሳብ ስህተት ነው” ብላለች

April 26, 2026
WORLD

የፔትሮ-ዶላር ግርዶሽ! ወደ ዘመን ዩዋና?

April 26, 2026
Load more
Recent Posts
  • ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር? April 26, 2026
  • ቅዳሜ ምሽት በዋሽንግተን ዲሲ ሂልቶን፤ ሶስት ቀን የተደበቀው “ትኩላ” ዝርዝር ሪፖርት April 26, 2026
  • “ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ April 26, 2026
  • አውሮፓ ህብረት የጋራ መከላከያ ለማቋቋም የስምምነት ረቂቅ ሊያዘጋጅ ነው April 26, 2026
  • የኢልሀን ኦማር የ30 ሚሊዮን ዶላር የሀብት መዝገብ እየተመረመረ ነው “የሂሳብ ስህተት ነው” ብላለች April 26, 2026
  • የፔትሮ-ዶላር ግርዶሽ! ወደ ዘመን ዩዋና? April 26, 2026
  • ፕሮፌሰር መሐመድ ሐሰን የፕሬዚዳንት ኢሳያስ የግል አምባሳደር April 13, 2026
  • Iran reneges on key point of ceasefire amid allegations of broken promises   April 8, 2026
  • Erdogan warns of ‘sabotage’ in Iran ceasefire during Trump call April 8, 2026
  • እዚህ ሀገር ያሉ የኤርዶኻን ወኪሎች እንዲያውም ቁርጣቸውን ቢያውቁ… April 8, 2026
  • የአውሮፓ ህብረት ሻዕቢያ ጣልቃ ገብነት እንዲያቆም አሳሰበ – ኤርትራዊያን ተቃውሞ አሰሙ April 8, 2026
  • ትዕይንተ ሕዝብ ወይስ ትዕይነተ ውድቀት? – መልማዮቹና ለኪዎቻቸው ዒላማ ያደረጉት ምን እንደሆነ አየንበት! April 8, 2026
  • ኢትዮጵያና የተባበሩት መንግሥታት የልማት ፕሮግራም በሰላማዊ ኒውክሊየር ኃይል መርሃ ግብር በጋራ ለመስራት ተስማሙ March 29, 2026
  • ምርጫ ለማጨናገፍ ሻዕቢያ ያዘጋጀው የፕሮፓጋንዳ ማንዋል “ምርጫ ማክሸፍ የህልውና ጉዳይ ነው” ይላል March 29, 2026
  • ስብሰቡን “ሸፍጥ ይመስላል” ያሉት ዶ.ር ሚኒሊክ ከመጪው ቅዳሜ የአመጽ ጥሪ ምድብ ውጪ ሆኑ፤ የፋኖ ጉዳይ አስፈርቷል March 28, 2026
Social networks
FacebookLikes
X TwitterFollowers
PinterestFollowers
InstagramFollowers
YoutubeSubscribers
VimeoSubscribers
    VOE
    The VOICES OF ETHIOPIA/ VOE is free website provied news, information, opinions and analysis, from and to the public "በሰው ልጆች ዕልቂትና በብሄራዊ ጥቅም መነገድ ይቁም!"

    MENU

    NEWShomeMEDIAOPINIONtopnewswPOLITICSSOCIETYlawworldentertainmentECONOMYINTERVIEWeventsportOromiffafeaturedhotbusinessarchivetips
    © Copyright 2026,voicesofethiopia All Rights Reserved
    • CONTACT
    • INTERVIEW
    • law
    • ECONOMY
    • Home demo times
    • ያበደው
    • VOE VIDEO
    • ENGLISH PAGE
    • Home Demo default 2