Skip to content
  Saturday 16 May 2026
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
VOE
  • DESIGN
    • All
    • AFRICA
    • ART and CULTURE
    • BUSINESS
    • ECONOMY
    • EDITORIA
    • ENTERTAINMENT
    • ertips
    • Events
    • FEATURED
    • General
    • General
    • HOT
    • law
    • Media tips
    • News
    • News2
    • OPINION
    • POLITICS
    • Reaction
    • SOCIETY
    • SPORT
    • TIPS 1
    • TOP NEWS
    • VIDEO
    • WORLD
    • ማህደር
    • ያበደው

    የሠሜኑን ጦርነት ተከትሎ ወንጀሎችን ተጠያቂ የማድረጉ ሥራ ዓለም አቀፍ መርሆዎችን ተከትሎ እየተከናወነነው

    June 1, 2022

    በትግራይ ክልል ተቋርጦ የነበረው የትራንስፖርት አገልግሎት ተጀመረ

    February 1, 2021

    በተዓምር የተረፈች ህይወት ህያው ምስክርነት – ‘አትሙቺ ያላት ነፍስ

    December 14, 2021

    የአጥንት ህመም መነሻ መንስኤዎችና መፍትሄው

    August 20, 2024

    ሞዐ ተዋሕዶ ምንድን ነው? [ሞነግ] “ነጻ አውጪ ግምባር” ወይስ ?

    August 13, 2025
    Prev Next Showing 1 Of 1493
  • News
    • NEWS 2
  • AFRICA
    • WORLD
  • VIDEO
  • HOT
  • POLITICS
    • INTERVIEW
    • OPINION
    • SOCIETY
    • ENTERTAINMENT
    • ያበደው
    • SPORT
    • ማህደር
      • Travel
      • Social media
      • Stars
      • Technology
      • Tourism
      • Trends
    • Music
      • Movies
VOE
VOE
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
VOE
  News  Waamichi araaraa akka milkaa’uuf…
News

Waamichi araaraa akka milkaa’uuf…

Ethioreview newsEthioreview news—March 4, 2023
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail

Waamichi araaraa qaama hidhatee bosona jiruuf ji’a tokko dura gama mootummaatiin taasifame lammiilee biyyattiitti keessumaa kanneen boora’uu nageenyaatiin miidhaa hamaaf saaxilaman bu’aa waamicha kanaa abdii cimaadhaan eeggachaa turaniiru, jirus.

Hayyoonni siyaasaa, abbootiin Gadaa, haadholiin Siinqee jaarsoliin biyyaa darbees ummanni bal’aan Oromoo haala biyyi keessa jirurratti xiyyeeffachuun waamichi taasifame dafee hojiitti hiikamuu akka qabu cimsanii watwaataa jiru.

Keessumaa hayyuun siyaasaa Oromoo gameessi Jaal Leencoo Lataa turtii tibbana Gaazexaa Bariisaa wajjin taasisaniin, dhimma waamicha araaraa kana “Yeroo mootummaan waamicha araaraa taasiseefi simannaa qaama bosona jiruu wayitan dhaga’u gammachuu daangaa hinqabnetu natti dhaga’ame. Garuu waamichi dhiyaate qabatamaan hojiitti hiikamuurratti harkifachuun na yaaddesseera” jechuun ibsan.

Dhimmi araaraa kun walga’ii Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa Kibxata darbe adeemsifamerrattis irra deddeebiin ka’eera. Haalota kanneenirraa kan hubatamu egaa rakkoon dhabiinsa nageenyaa hammam ulfaataa akka ta’eefi waamichi dhiyaate harkifannaa keessaa bahee dafee gara adeemsa qabatamaatti ce’uun qilleensi nagaa akka bubbisu hawwamaa jiraachuudha.

More stories

M.M.M.W Ariifachiisaa 2ffaa Gaggeesseen  Turtiin Labsii Yeroo Ariifachiisaa Akka Gabaabbatu Murtoo Dabarse

January 26, 2022

Shira Gabaa Finxaaleyyiin Uumame Cinatti Rakkoon Gaggeessummaa Qaala’insa Gabaa Mul’ateef Sababa Ijoodha- Obbo Awwaluu Abdii

April 4, 2023

Injifannoon Baahaa Fi Lixaatti Argamee Giddugala Biyyatti Akka Irra Deebi’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Himan

December 2, 2021

Bilisummaan Jabaattee Itti Fufti-MM Abiy Ahimad

April 8, 2023

Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmadis waltajjicharratti rakkoo kana hiikuuf baatiiwwan lamaan darbanitti gama mootummaatiin si’a 10 yaaliiwwan taasifamanillee gareewwan hidhatan haala bittinnaa’een waan socho’aniif adeemsa kanarratti rakkoo ta’uu eeran.

Humni nageenya jibbu akka hinjirreefi milkaa’inasaaf jabaatanii hojjechuun ejjennoo mootummaa ta’uus ni ibsu. Kanaafis akka paartiitti mari’atamee koreen pirezidaantii ittaanaa Paartii Badhaadhinaatiin hogganamu hundaa’ee hojjechaa jiraachuu eeru. Fedhiin mootummaa humna kamuu wajjin mariifi marii qofaan rakkoo furuu ta’uus ibsan.

Egaa walajjeessuun eenyuyyuu waan hinfayyadneef inni waames ta’e inni waamame awwaachuun rakkoo jiru haalduree tokko malee gara mariitti fiduun nagaa ummanniifi biyyi hawwaa jiran dhugoomsuun dhimma daran murteessaa ta’eedha. Dhimmi waamicha araaraa kana dafanii hojiitti hiikuu kun biyyattiitti nagaa waaraa dhugoomsuuf akkasumas yeroo ummanni bal’aan mootummaasaa filate bira hiriiruun hojii misoomaasaa finiinsaafi nageenyi qe’eesaa akka mirkanaa’uuf watwaataa jiru kanatti faayidaa hedduu kan qabuudha.

Oromoonis akka Oromootti walta’ee milkaa’ina waamicha araaraatiif qoodasaa gumaachaa saboota biroo of cina hiriirsuun Itoophiyaan gaanfa Afrikaatti cimtuu taate akka uumamtuuf hojjechuu qaba.

BARIISAA SANBATAA Bitootessa 23 Bara 2015

Oromiffa
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail
የአማራ ክልል 412 ዘመናዊ የእርሻ መሳሪያ ትራክተሮችን ለአርሶ አደሮች አስረከበ
 Adwaa calaqqee bu’aa tokkummaa dhugaa
Related posts
  • Related posts
  • More from author
News

ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር?

April 26, 2026
News

“ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ

April 26, 2026
News

ፕሮፌሰር መሐመድ ሐሰን የፕሬዚዳንት ኢሳያስ የግል አምባሳደር

April 13, 2026
Load more
Read also
News

ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር?

April 26, 2026
WORLD

ቅዳሜ ምሽት በዋሽንግተን ዲሲ ሂልቶን፤ ሶስት ቀን የተደበቀው “ትኩላ” ዝርዝር ሪፖርት

April 26, 2026
News

“ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ

April 26, 2026
WORLD

አውሮፓ ህብረት የጋራ መከላከያ ለማቋቋም የስምምነት ረቂቅ ሊያዘጋጅ ነው

April 26, 2026
WORLD

የኢልሀን ኦማር የ30 ሚሊዮን ዶላር የሀብት መዝገብ እየተመረመረ ነው “የሂሳብ ስህተት ነው” ብላለች

April 26, 2026
WORLD

የፔትሮ-ዶላር ግርዶሽ! ወደ ዘመን ዩዋና?

April 26, 2026
Load more
Recent Posts
  • ፖሊስ “ቴዎድሮስ በሚስቱ ሚዲያ ለምን ቤቱ ቅጭ ብሎ መግለጫ አይሰጥም ነበር? April 26, 2026
  • ቅዳሜ ምሽት በዋሽንግተን ዲሲ ሂልቶን፤ ሶስት ቀን የተደበቀው “ትኩላ” ዝርዝር ሪፖርት April 26, 2026
  • “ኢሳያስ ከአሜሪካ ወዳጅነትን ይፈራሉ፤ ግንቡ ይፈርስባቸዋል” ቲቦር ናጊ April 26, 2026
  • አውሮፓ ህብረት የጋራ መከላከያ ለማቋቋም የስምምነት ረቂቅ ሊያዘጋጅ ነው April 26, 2026
  • የኢልሀን ኦማር የ30 ሚሊዮን ዶላር የሀብት መዝገብ እየተመረመረ ነው “የሂሳብ ስህተት ነው” ብላለች April 26, 2026
  • የፔትሮ-ዶላር ግርዶሽ! ወደ ዘመን ዩዋና? April 26, 2026
  • ፕሮፌሰር መሐመድ ሐሰን የፕሬዚዳንት ኢሳያስ የግል አምባሳደር April 13, 2026
  • Iran reneges on key point of ceasefire amid allegations of broken promises   April 8, 2026
  • Erdogan warns of ‘sabotage’ in Iran ceasefire during Trump call April 8, 2026
  • እዚህ ሀገር ያሉ የኤርዶኻን ወኪሎች እንዲያውም ቁርጣቸውን ቢያውቁ… April 8, 2026
  • የአውሮፓ ህብረት ሻዕቢያ ጣልቃ ገብነት እንዲያቆም አሳሰበ – ኤርትራዊያን ተቃውሞ አሰሙ April 8, 2026
  • ትዕይንተ ሕዝብ ወይስ ትዕይነተ ውድቀት? – መልማዮቹና ለኪዎቻቸው ዒላማ ያደረጉት ምን እንደሆነ አየንበት! April 8, 2026
  • ኢትዮጵያና የተባበሩት መንግሥታት የልማት ፕሮግራም በሰላማዊ ኒውክሊየር ኃይል መርሃ ግብር በጋራ ለመስራት ተስማሙ March 29, 2026
  • ምርጫ ለማጨናገፍ ሻዕቢያ ያዘጋጀው የፕሮፓጋንዳ ማንዋል “ምርጫ ማክሸፍ የህልውና ጉዳይ ነው” ይላል March 29, 2026
  • ስብሰቡን “ሸፍጥ ይመስላል” ያሉት ዶ.ር ሚኒሊክ ከመጪው ቅዳሜ የአመጽ ጥሪ ምድብ ውጪ ሆኑ፤ የፋኖ ጉዳይ አስፈርቷል March 28, 2026
Social networks
FacebookLikes
X TwitterFollowers
PinterestFollowers
InstagramFollowers
YoutubeSubscribers
VimeoSubscribers
    VOE
    The VOICES OF ETHIOPIA/ VOE is free website provied news, information, opinions and analysis, from and to the public "በሰው ልጆች ዕልቂትና በብሄራዊ ጥቅም መነገድ ይቁም!"

    MENU

    NEWShomeMEDIAOPINIONtopnewswPOLITICSSOCIETYlawworldentertainmentECONOMYINTERVIEWeventsportOromiffafeaturedhotbusinessarchivetips
    © Copyright 2026,voicesofethiopia All Rights Reserved
    • CONTACT
    • INTERVIEW
    • law
    • ECONOMY
    • Home demo times
    • ያበደው
    • VOE VIDEO
    • ENGLISH PAGE
    • Home Demo default 2