Skip to content
  Saturday 13 June 2026
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
  • Home Demo news
VOE - VOICES OF ETHIOPIA
  • News
    • All
    • AFRICA
    • ART and CULTURE
    • BUSINESS
    • ECONOMY
    • EDITORIA
    • ENTERTAINMENT
    • ertips
    • Events
    • FEATURED
    • General
    • General
    • HOT
    • law
    • Media tips
    • News
    • News2
    • OPINION
    • POLITICS
    • Reaction
    • SOCIETY
    • SPORT
    • TIPS 1
    • TOP NEWS
    • VIDEO
    • WORLD
    • ማህደር
    • ያበደው

    ዶናልድ ትራምፕ «የዓመቱ ሰው» ተባሉ።

    December 13, 20240

    100 ልጆች እንዲኖሩኝ እፈልጋለሁ ይላል 60ኛ ልጁን በቅርቡ ያገኘው ፓኪስታናዊው አባት

    January 8, 20230

    National Dialogue, Reconciliation Crucial to Address Challenges

    February 17, 20220

    ምስራቅ ወለጋ ስድስት ሰዎች ታገቱ፤ አምስቱ ተማሪዎች ናቸው

    January 24, 20220
    Prev Next Showing 1 Of 1877
  • Design
    • All
    • AFRICA
    • ART and CULTURE
    • BUSINESS
    • ECONOMY
    • EDITORIA
    • ENTERTAINMENT
    • ertips
    • Events
    • FEATURED
    • General
    • General
    • HOT
    • law
    • Media tips
    • News
    • News2
    • OPINION
    • POLITICS
    • Reaction
    • SOCIETY
    • SPORT
    • TIPS 1
    • TOP NEWS
    • VIDEO
    • WORLD
    • ማህደር
    • ያበደው

    የጥላቻ ንግግሮች ባለሀገሮችን ሀገር አልባ …

    May 3, 20230

    መስከረም አበራ ለምን ታሰረች? በከፍተኛ ወንጀል የሚያስጠይቅ የስልክ ምልልስ ይፋ ሆነባት፤

    April 11, 20230

    Ex-Somali president Farmaajo warns of potential crisis over planned constitutional amendments

    January 26, 20240

    እስራኤል ከምድር በታች የገነባችውን ግዙፍ ሆስፒታል ለጦርነቱ ዝግጁ አደረገች

    August 8, 20240

    በመጨረሻ ትህነግ “አልገዛልህም” ላለው ብልጽግና መሪዎቹ ሪፖርት አቀረበ፤

    February 3, 20230
    Prev Next Showing 1 Of 1501
  • Video
    video

    ጠቅላይ ሚኒስትር አብይ ለፓርላማ የሰጡት ማብራሪያ

    July 4, 2024
    video

    የህብታቸውን ምንጭ የሚያውቁ አይሰጉም! ማብራሪያ

    June 22, 2024
    video

    የሀገር አቀፍ የምክክር ሂደት ይፋዊ የማስጀመሪያ ሥነ ስርዓት

    June 4, 2024
    video

    የምክክር ሂደት ይፋዊ ማስጀመሪያ ላይ ያደረጉት ሙሉ ንግግር

    June 4, 2024
    Prev Next Showing 1 Of 5
  • Categories
    • News
      • Europe
      • Politics
        • Reaction
          • Feedbacks
          • Opinions
            • Poeple
            • Reports
      • US
      • World
    • Design
      • Architecture
      • Devices
      • Inspiration
      • Trends
    • Events
      • Movies
      • Music
      • Social media
      • Stars
    • Featured
      • Lifestyle
      • Technology
      • Tourism
      • Travel
VOE - VOICES OF ETHIOPIA
VOE - VOICES OF ETHIOPIA
  • News
  • Design
  • Video
  • Categories
    • News
      • Europe
      • Politics
        • Reaction
          • Feedbacks
          • Opinions
            • Poeple
            • Reports
      • US
      • World
    • Design
      • Architecture
      • Devices
      • Inspiration
      • Trends
    • Events
      • Movies
      • Music
      • Social media
      • Stars
    • Featured
      • Lifestyle
      • Technology
      • Tourism
      • Travel
  • Home demo times
  • VOE VIDEO
  • ENGLISH PAGE
  • Home Demo default 2
  • News
  • Home Demo news
VOE - VOICES OF ETHIOPIA
  News   Adwaa calaqqee bu’aa tokkummaa dhugaa
NewsTOP NEWS

 Adwaa calaqqee bu’aa tokkummaa dhugaa

Ethioreview newsEthioreview news—March 4, 20230
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail

Akkuma quunceen waltaatee arba hiiti jedhamu oftuultota Xaaliyaanii Itoophiyaa koloneeffachuun harqoota gabrummaa ilmaan sabaafi sablammiitti fe’uuf meeshaa waraanaa ammayyaatiin of ijaaree Itoophiyaa weerare irree ummatoota biyyattii gamtoomeen hurreessuun waggaa 127 har’aa seenaan hindagatamneefi rirmi hin nyaanne halluu bara baraan calaqqisaa jiraatuun barreessaniiru.

Gootummaa abbootiin darban waraana Xaaliyaaniirratti osoo dhiiraa dubartii hinjedhiin agarsiisaniifi injifannoo isaan galmeessisan Itoophiyaa sirna kolonii Xaaliyaanii jalaa baraaruun ala adiin injifatamuu akka danda’u qabatamaan waan agarsiisaniif faajjii tokkummaa, gootummaafi bilisummaa gurraachotaa ta’uun maqaanshii leellifamaa dhalootaa dhalootatti darbaa jira.

Milkaa’ina injifannoo Adwaa Itoophiyaanonni oftuultota Xaaliyaaniirratti galmeessisaniif iccitii guddaan tokkummaa sabaafi sablammiileen duulicharratti agarsiisan yoo ta’u, garaagarummaa siyaasaa sirna aangoorra jiru wajjin ture booddeetti dhiisuun walabummaa biyyaa ormaan cabuuf ture qolachuun seenaa addaa hojjetaniiru.

Dhimmi walabummaa biyyaa kabachiisuu dhimma saba tokkoo osoo hintaane dhimma lammiilee hunda ilaallatu waan ta’eef qondaaltota waraanaafi waraanicha hoggananiin ala luboonnis wareegama addaa kaffalaniiru.

More stories

Stop the Next Ethiopia-Eritrea War Before It Begins

March 15, 2025

The Nile cannot be governed by colonial-era treaties

July 28, 2025

A call to the Ministry of Mines – Ethiopia and the honorable Minister Habtamu Tegegn

March 8, 2026

A Nation Silenced: How the 1993 Referendum Stripped All Ethiopians of Their Sea

May 3, 2025

Gootonni biyyattii goleewwan afran biyyattiirraa babahan adda waraanaa tokkottti wajjummaan hiriiruun tokkummaafi bilisummaa biyyasaaniif wareegamaniiru. Akkuma namni mana tokko ijaaru citaa walhinsaamu jedhamu injifannichi kankooti kan abaluuti natu caalee hirmaate yaanni jedhu tokkummaa Itoophiyaaf balaa waan ta’eef iccitiin milkaa’inaa gurraachi adii itti jilbeeffachiise tokkummaa sabaafi sablammii ta’uun dhimma sirriitti hubatamuu qabuudha.

Har’as tattaaffii Itoophiyaa sabdaneettii ijaaruuf taasifamaa jiru milkeessuuf irree gamtoomeen tokkoomnee hiyyuma seenaa gochuun biyya badhaate dhaloota dhufuuf dabarsuuf garaagarummaan miidhagina; tokkummaan humna ta’uu beeknee wajjummaan dhaabachuu qabna, isa kanaafimmoo Adwaan fakkeenya guddaadha.

Akkuma Ministirri Muummeen jedhanittis, Itoophiyaan har’as ummatoonnishii hundi kaayyoofi akeeka tokkoof akka dhaabataniif barbaaddi. Hoggantoota, duultota, dugduubeewwaniifi bu’uurota. Kaayyoon keenya tokko; Itoophiyaa Afrikaatti gama hundaan badhaate taasisuu. Kanaafis Ulfina, garaagarummaa, komeefi lola keenyarra Itoophiyaan akka nuucaaltu hubachuun barbaachisaadha.

Yoo dhimmoota hedduun walfakkaachuu baannellee Adwaan halluufi boca kennee walnufakkeesseera. Wantoota hedduudhaan waliigaluu dhabuu dandeenya; Injifannoon Adwaa abbootii keenya duraanii waliigalchee oobdii tokkotti qabsoofsise akka waliigallu nutaasisuusaa hubachuun daran murteessaadha; Adwaan calaqqee bu’aa tokkummaa dhugaa kan jedhameef kanumaaf waan ta’eef.

BARIISAA SANBATAA Guraandhala 25 Bara 2015

topnewsw
FacebookX TwitterPinterestLinkedInTumblrRedditVKWhatsAppEmail

Ethioreview news

A journalist

Waamichi araaraa akka milkaa’uuf…
ዕርቁ ያሳሰባቸው ከሸኔ ጀርባ ያሉ “ሸኔዎች”
Related posts
  • Related posts
  • More from author
News

ኢዜማ – ህወሀትን በማስወገድ በትግራይ ያሉ ወገኖቻችን እንታደግ አለ

June 12, 20260
News

ኢትዮጵያ “ወደ ጦርነት ውስጥ ስባቹህ አትክተቱን” አለች

June 12, 20260
TOP NEWS

Unified Front: Peace Architects Warn of Imminent Offensive, Urge International Action to Save Pretoria Accord

June 11, 20260
Load more
Leave a Reply Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Read also
OPINION

ነፃነት ሲያምርህ ይቀራል…

June 12, 20260
News

ኢዜማ – ህወሀትን በማስወገድ በትግራይ ያሉ ወገኖቻችን እንታደግ አለ

June 12, 20260
News

ኢትዮጵያ “ወደ ጦርነት ውስጥ ስባቹህ አትክተቱን” አለች

June 12, 20260
TOP NEWS

Unified Front: Peace Architects Warn of Imminent Offensive, Urge International Action to Save Pretoria Accord

June 11, 20260
News2

ከስምምነት ማግስት የቶማሃውክ እሳት ኢራን ላይ ወረደ፤ ኢራን ምላሹ ከባድ ነበር ብላለች

June 11, 20260
TOP NEWS

𝐄𝐭𝐡𝐢𝐨𝐩𝐢𝐚 𝐚𝐧𝐝 𝐍𝐢𝐠𝐞𝐫𝐢𝐚 𝐃𝐞𝐞𝐩𝐞𝐧𝐏𝐚𝐫𝐭𝐧𝐞𝐫𝐬𝐡𝐢𝐩 𝐭𝐡𝐫𝐨𝐮𝐠𝐡 𝐁𝐢𝐥𝐚𝐭𝐞𝐫𝐚𝐥 𝐓𝐚𝐥𝐤𝐬 𝐚𝐧𝐝 𝐋𝐞𝐠𝐚𝐥 𝐂𝐨𝐨𝐩𝐞𝐫𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧 𝐀𝐠𝐫𝐞𝐞𝐦𝐞𝐧𝐭

June 10, 20260
Load more
Recent Posts
  • ነፃነት ሲያምርህ ይቀራል… June 12, 2026
  • ኢዜማ – ህወሀትን በማስወገድ በትግራይ ያሉ ወገኖቻችን እንታደግ አለ June 12, 2026
  • ኢትዮጵያ “ወደ ጦርነት ውስጥ ስባቹህ አትክተቱን” አለች June 12, 2026
  • Unified Front: Peace Architects Warn of Imminent Offensive, Urge International Action to Save Pretoria Accord June 11, 2026
  • ከስምምነት ማግስት የቶማሃውክ እሳት ኢራን ላይ ወረደ፤ ኢራን ምላሹ ከባድ ነበር ብላለች June 11, 2026
  • 𝐄𝐭𝐡𝐢𝐨𝐩𝐢𝐚 𝐚𝐧𝐝 𝐍𝐢𝐠𝐞𝐫𝐢𝐚 𝐃𝐞𝐞𝐩𝐞𝐧𝐏𝐚𝐫𝐭𝐧𝐞𝐫𝐬𝐡𝐢𝐩 𝐭𝐡𝐫𝐨𝐮𝐠𝐡 𝐁𝐢𝐥𝐚𝐭𝐞𝐫𝐚𝐥 𝐓𝐚𝐥𝐤𝐬 𝐚𝐧𝐝 𝐋𝐞𝐠𝐚𝐥 𝐂𝐨𝐨𝐩𝐞𝐫𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧 𝐀𝐠𝐫𝐞𝐞𝐦𝐞𝐧𝐭 June 10, 2026
  • Egypt and Eritrea Ink Maritime and Security Deals: What It Means for Ethiopia June 10, 2026
  • ONLF Rejects Claims of Affiliation With Armed Groups June 7, 2026
  • Beyond the Ballot: How Professor Alemayehu G. Mariam Explains Ethiopia’s Democratic ‘Escape Velocity’ on ETV June 7, 2026
  • Dr. Jote Tafese: “Curing Incurable Diseases Through Science” June 7, 2026
  • ዶ/ር ጆቴ ታፈሰ- መድኃኒት አልባ ሕመሞችን በሳይንስ መፈወስሰዎችን – ከሞት አፋፍ መመለስ June 7, 2026
  • ኬሞቴራፒን ማስቀረት የተቻለበት አዲስ ተስፋ፡ የ64 ዓመቷ ካረን የ«ዳግም መወለድ» June 7, 2026
  • ህወሃት በፕሪቶሪያው ስምምነት ፍርስራሽ ላይ ! አዲስ የህወሃት የጦርነት ማስጠንቀቂያና “አሸማግሉኝ” June 6, 2026
  • ጽንፈኝነት ግን በኢትዮጵያ ምድር ፈጽሞ ቦታ የለውም! – ወቅታዊ ጉዳዮችን አስመልክቶ የተሰጠ መግለጫ June 5, 2026
  • Agricultural Sovereignty, Economic Transformation, and the Defiance of Extremism Ahead of the 7th National Election June 5, 2026
Social networks
FacebookLikes
X TwitterFollowers
PinterestFollowers
InstagramFollowers
YoutubeSubscribers
VimeoSubscribers
    VOE - VOICES OF ETHIOPIA
    The VOICES OF ETHIOPIA/ VOE is free website provied news, information, opinions and analysis, from and to the public "በሰው ልጆች ዕልቂትና በብሄራዊ ጥቅም መነገድ ይቁም!"

    MENU

    NEWShomeMEDIAOPINIONtopnewswPOLITICSSOCIETYlawworldentertainmentECONOMYINTERVIEWeventsportOromiffafeaturedbusinesshotarchivetips
    © Copyright 2026, All Rights Reserved
    • CONTACT
    • law
    • INTERVIEW
    • ያበደው
    • ECONOMY
    • Home demo times
    • VOE VIDEO
    • ENGLISH PAGE
    • Home Demo default 2
    • Home Demo news